Deemsii durumatti
Deemsii durumatti Sochiin fuulduratti Duuba hin deebinu Haga milkoofnutti Sodaa eenyuu hin qabnu Kabajan beekamnaa Ofiif waadaa gallee Milkiidhaaf eegamna Milkiin gallaa eeyyee Milkiin gallaa Abdii hin kunnuu Eeyye uma yaallaa Hiyyummaan dhalannee Eeyye eeyye Garuu ittiin hin duunuu Jabaannee olbaanaa Eeyye eeyye Nama gadii hin taanuu Wanta beennu beennaa Waan hin beenne hin beennu Wanta feene Jenna Eenyuunuu hin dhageenyu×2 Titiisa dhokfadhu madaakee Gadhee dhokfadhu mudaake Titiisi arginaan madaake Ittu si nyaata qaamake Gadheen yoo arge mudaake Ittu gad buusa gatiikee Kan dafee hin argamne warqe Salphaatti argama dhagaa Hundu dhagaa dhidhiitaa Warqee barbaadu dhaqa Atis akkasuma gatiike Si murteessaa Daftee hin argamini Gatiikeetu rakasa Kan isaan yaadan dhiisi Ta'i kan ofiif yaaddu Ofitti amani cichi Gai bakka barbaaddu
You may also like

Leave a comment
See track description ↑