Ganama barii lafa

0:00
0:00
Ganama barii lafa

Ganama barii lafa Waca simbiraatiin ka'ee Dhageeffadhu sittan himaa Waanan aabjuun ta'e siree koorra ba'een Hirribni koo dhufe Ishoo jedhee gammadeen Rafuuf ibsa cufe Kophaa waanan rafuuf Boraatii koo hammadhee Amma koottu jedheen Hirriba koo waammmadhe Amma ergan rafeetii Halkan gidduu waariidha Inni na hammate jiru Boraatii koo miti siidha Boraatii koof si ta'u Waliisaa wollaalee meqa gangaladhen Ol-ka'een si laale Eeyye siidhuma giiftii Giiftii duree jaalalaa Ishee guyyaan dhufne Aabjuu koo galgalaa Walii wajjiin qooddannee Gammachuu koo dachaa Wal hammannee bulle Takka wal-dhungachaa Garuu maalin godhaaree yemun kuu barii lafaa Akkuma galgalaattan Kophaa kiyya rafa😢 Isa si hammate barruu koo Siree koorra irra ciistee Barii garuu deemteerta Kophaatti nu dhiistee gadan cisee malee kun rafuu malittii guyyaa nagaan ola rafuus na arittii Har'as koottu maaloo Sin eegaatii galgala Isa onneef mana koo Siifan saaqa balbala

1 Comments

Leave a comment

Author
5 months ago

User avatar
785
Total plays
76
Followers
514
Following

You may also like