ami
Ifa guddaa dukkanako ibse Qulqulloko dhiigasaa naaf dhiigse Na gochuufi inni nama guutuu Ofiif due tae bakka buutuu Ato lubbuu naaf laatte animmo Maal siif godhu Hin tuffatin waaqakoo Galatakoo fudhadhu Ati baatte ofiikee Lubbuukee gootee aarsa Anis siif hin qusadhu Onneekoorraan si faarsa Maafan sin faarsu Libbuunkoo sin fayyite Maafan sin faarsu Waan hedduu siin darbitee Maafan sin faarsu Yaaddookoo cirte narraa. Maafan sin faarsu Dhiigakeen bante karraa Kaleessa eessa arrammo eessan jira Yesuu Kuni dhuguma seenaa jijjiira Dua boolla baasee jiraachisaa Wasnjoo caccabsaa hidhaas in hiikkachiisa Kan beelani isarkaa soratuu Isa wajjin Maluma sodaatu Galaanni raafamu Isa dhagae sirrata Namni Isa qabu maalitti birrata Cubbuu dhala nama namarraa kuffisa Simboo qulqullummaa namatti uwwisaa Mannikoo naaf ijaaramaa jira gubbaatti Homaa itti hin qabu Ani kan aksitti Jireenyikoo lafa gubbaa darabaadha Manniko dhugaan Isa gubbaadha
You may also like

Leave a comment
See track description ↑
Legend! 👑