Hounds Of Hell
Hin beettu gadheen keessa namaa Faaraan si baruuf gamaa Duubaan yaadaa hamaa Akkam godhume Jamaa Barsiisaatu barta tuffate Funyaantu ciqile dhungate Of guddisuuf si xinneessaa Si kuffisuuf qiqindeessaa Guddachuusaa caalaa Kufaatiikee hawwa Si dura dabarraan ASI gad si shawwaa Gowwaa sammuu qaawwaa Abbaamatu dhowwaa Yoo calliste ni wallaalte Yoo dubbatte Isa caalte Hinaaffaan garaa gubate Keessake yoom hubate Dhiis dorgommi na waliinii Mee dorgomi ofiinii An barsiisaankoo cimaadha Miti jechaan himaadha Qoreetu na barsiisee Hunda natti agarsisee Gufuun utaalee gufattee cabdaa Ofiikee ordofi Ofuma qabdaa. Ani ana ati sii Waae koo of keessaa baasi Si kabajnaan na kabajuu erga didde Ni taphanna Mee taphadhu sila fidde Maaf na seeta nama gadi Oftulummaa fudhuu badi Sammuunkoo ballaadha Kabajuun beekumsa Kan kabajna hin beekneef Nan qaba gaumsa Kumaatama arge kumaatama darbe Nan qaba muuxanno Walqixxummaan fedha gad jedhe hin beeku Nin qaba kutanno
You may also like

Leave a comment

Legend! 👑