sobdee
Quba kaanitti qabde Ofi Badi dhabde Hedduu tokko sobdee Sobdeema of sossobde Akka kuftuufi akka kaatuu Sidha gae kan baatuu Barcuma ulfina abbaatuu Ofi baataa Jijjiiramuu feenaan sumatu Jabaataa Gootus dogoggoraa Baafadhu karooraa Itti godhi tooraa Of hin godhin jooraa arra sitti tole Kan sitti minyaau bubbule hadhaa kan bulee minyaau arra ni hadhaa baayyeen hin filatu hadhaa jireenya dhamdhamu hin fedhu buabai qabdi arra gad jedhani bulanii Wal jedhu mijata hin barbaadin iddoo sitti tolu ofitti gaabbitaa boru bulaniitu qaamnikee si lolu ilkaankee deebi'ee qubakee ciniina aarin si guggubee onneenke finiinaa qaamumake keessa garee baayyee jira. inni kaan ciisi jedha inni kaan ka'i ciistee du'aa taataa ka'i goota ta'i beekaa dhaggeeffadhu dibbinsaa dammaa gowwaa hin dhaggeffatin aari sitti nammaa erga uumamte nama taatee dachiirratti maal argite hireen kanke maal siif laattee rakkoodhamoo wanta gaari SI badhaafte quufadhamoo tarii beela kooruudhama ykn eela qaama guutuu qabdaa ni sochootaa ni taphatta ni dhageessaa ni daawwatta moo qaama irratte maafin dhabe quba nyaatta jireenyi addunyaa buutee baatuu tokkoof taatee tokko hin taatuu tokko gootee garba tokkos mooti tokko olkaaste kaan gad gooti kan tokko hawwu kaan quufe jibba tokko hin gadda kaani hin sirba maaliif kankoon fala hin fidu hiree Isa hoomtu hin didu dubbi ciigoo soogoof sorkoo irraan dhagaa keessaan boorko Mee maal qabda maal argite ofiikeerra rakkookeemo kan dhabduudha xiyyeeffannoo kamiif laattee kan dhabdemoo kan qabduudha kan hireen sii hin laanne dhiisi kan hireen siif laattee tiksi kan hin qabne boruu fidda of jabeessuu maaliif didda nama jabaa of jaallatu kan guddachuuf tattaafatu rakkoo sodaaf kan hin ciisne abdi mure kan hin ciisne ofiif ta'i goota dhuga jabaa ta'i falmadhuga wanta feetuu rakkoof jettee maaliif dhaabda gaara kaayyookeeti. yoo jabaatte qofa yaabda kufte hin ciisin kuftus ka'i carraaqqadhu abjuukeetiin walitti ba'i
You may also like

Leave a comment