naa naa baalagaru
naa naa baalagaru firaacha anawuqim enya naw midiru yenya tariku yenya naw yenga jeginawu yenga nae yenga Biyyaaf fiignee biyyaaf dhiigne Seenaa tuullee biyya kullee Diina dheessuuf holqa hin bulle Lubbuu laannnee biyyaaf duulle Seenaa keenya adiitu hima Oromookoo Saba cimaa Miilla duwwaa biyyaaf fiige Aduwaatti biyyaaf dhiigee Nuti Moonaan kaan dhaadate Seenaa keenya nu saammate Nurra nyaachaa nutti malani Mormaaf harka nu qalanii Nutoo hin deemne qee ormaa Badii malee nu muranmorma Lafa keenya ormaaf qoodne Garaa laafne teenyee boonye Gatiin gaarii tae hamaa Hoolaa tae ilmi namaa Lafa keenya nurraa saamaa Harka keenya nurraa haamaa Waan ofiirratti lubbuu dhabne Utuu qabnuutu agabnee Kankeenyarratti sarbamnee Badii kaaniif adabamne Shiraf jibbaa nutti shirani Lagaaf kutaan nu hiranii Hundumtinu Wal qoqqoode Firris firaan waliin oodee Walitti godhan numaan diina Diinnis gidduun nu ciniina
You may also like

Leave a comment