Qaqalloo magaala ilmaan lixa biiftuu
Qaqalloo magaala ilmaan lixa biiftuu Onneensaanii Gaara garbummaaf hin ciiftu Hunduma kabajna ofiin of ajajna Garbummaa hin beeknu qomo keenya jagna Ijoollee wallaggaati ilmaan kumsaa Ijoollee abdiisaa warra beekumsaa Nutu lole bari biyyaafu Yoo hin beekne faranjii gaaffu Xiiqii bilisummaaf lubbuu itti laate Garbummaa alagaa eeboodhaan qolate Eeboodhaan waraanee booji'ate qawwe Biyyasaatiif lole goota roorroo dhawwe Goota biyyaaf lole biyyaaf ta'e aarsa Gurraachicha lixa abdiisaakoon faarsaa Yaadiikoo sokkite deemtee gara dambi Gooticha tokkotu na fudhate qalbii Jagna diina raase oliiqaa dingili Tokkicha onneensaa kumaataman oli Gooticha lixarraa qawwesaa dhukaase Diinarraa qofaasaa dhukkee irraa kaasee Ana falmataa gadaa boonsaa sirna Abbaa gadaa otoo oromoon tokko tae diinnisa baqee badaa Mee kana dhagai weelluu akka boombii diina hollachiisee Diinatti dhukaase lammiisaa onnachiisee Bu'aa bilisummaa qabsaa hubatee Eebbisaa addunyaaf garaan na gubate Haqa sabaaf falme lafarra harkifame
You may also like

Leave a comment