Bay-Z (21:10)
feetuu gabaabbattu yoo feetee dheeradhu feetuu fayyaa deemi. yoo feetee meeladhu biftike miidhagaa hedduu nama hawwatu fokkisaas yoo taate kan nagaa dhawwatu feetus gurraacha'i kasalas fakkaadhu feetummo akka cabbi miidhagi addaadhu yooti na kabajjee anis sin kabaja yooti Nan qabajne siif hin qabu haajaa. akka daawwitiitti of SI agarsiisa. ofiikoo oabajeen maalummaa kabaja sirriitti SI barsiisa nama gammachiisuun dhukkuba sammuuti akka qodaa uraatti bishaanni nammuuti si'a kumaatama gaarummaa utuu gootu utuun beekin tarii yeroo dogoggortu hammataa SI godhee waa'eekee odeessa ofi SI jibbeetu kaanitti SI hadheessa kan garaan qulqulluu kan dhugaaf jiraatu gaarummaanni godhu gowwummaatti fudhatu gocha inni godhu kaaniif garaa laafee wallaala jedhama kan duubatti hafe kan daba godhuudha beekaaf kan qaroome jedheetu tilmaama kan sammuunsaa doome eegaa eega anis kanaafin ofiikoo agarsiisuu dhiise deebise isaanuma agarsiise isaanuma na barsiise
You may also like

Leave a comment
See track description ↑