brndo
0:00
0:00
hinaaftuuf hinaaffaan hojimasheeti hojjette hin argattu hawwii garaasheeti gaarii namaaf ta'u ilaaltee gubatti yeroonni carraaqu yaaluu dhiiste rafti kufuu Isa kaanii utuu eegduu cabuusaa isheetti deebie boolla ishee buusaa inaaffaan of guunnee maaliif of dhiphisnaa danqaa walitti taanee gadi Wal ittisnaa kufuun ilma namaa maaf nu gammachiisa gammachuusa arguun maaf nu hinaafsisa haa guddatu dhiisi itti maaf hinaaftaa summii jibba dhugde maaf duubatti hafta yoo gargaaruu baatte dhiisi hin danqini gammadi ofikeetti ofikee hin cinqinii golgaa wallaalumma ofiikeerra cirii dadhabi carraaqi ni argattaa firi jiru kaayyoo male. Mee jiraachuu dhiisi hirriba doofummaa keessaa of dammaqsi
You may also like

Leave a comment