amo

0:00
0:00
amo

amoof amoof dogomtoota lamaan dorgommi qofummaa dubbii miiraaf qalbii na keessaa wal qaba morma dadhabee jedhee kan hin dhiisne mo'amee jedhee kan ciisnee dubbiin miiraa abdii hin muratu arras jira sobe fakkaate anaaf fira na mo'annaan kiyyootti na dira itti of laannaan na galaafata murmurate na alanfataa dorgommiinkoo isa kana qabsa'ankoo anaaf ana nan beekkadhe ukkaamsa mullata addan baase diinakoo dhokataa abshaala qofa mo'ataaa dammaqee ofirraa qolataa baayyeen kufaatiisaaf kaan komate diina of keessaa yoom hubate waa'ee kaaniif garaan gubate ta'uuf hawwee akka kaani ittiin garboome miirasaanii

Be the first who leave a comment.

Leave a comment

User avatar
827
Total plays
34
Followers
17
Following

You may also like