deaddrilll (12:31)

0:00
0:00
deaddrilll (12:31)

dursanii of kabajuun namummaadha kan sin kabjne kabajuun harrummaadha nama jala fiiguun gadhummaadha gad jettee jiraachuun garbummaadh mataakee gad qabnaan namni mataa si yaabaa nama gadi si ilaala bakka saree si dhaaba yoo ofitti laaftee eenyutu sii tola hundu sirraa dheessa ofirraa si qola gad hin jedhin ilma namaaf gad jedhe waaqa uumaaf seera uuma kabaji of ta'i of ajajii ofin taa dhugaani hin tuqu mirga kaanii ofikootti nan boona hin yaadu waa'eesaani hin qabu dhimmasaani eenyumakoo walin ani qoosaan hin beku ofikoo gad buuse kaanirra hoomaa hin eeguu ofitti amanu qaamotakoo beeku eenyuyyu danda'e gad nan qabu ceeku

1 Comments

Leave a comment

Author
2 years ago

See track description

User avatar
827
Total plays
34
Followers
17
Following

You may also like