ami

0:00
0:00
ami

yaa rabbiikoo yaa gooftaa ati hundaa mootaa maal dadhabdee tuffatamtuu jabaa gootaa waaeekoo hin dagattemoo imimmaan kiyya dhoksaa abdiin kiyya sumadha si qofa ilaaleen obsaa ati akka namaa gad taukoo hin gammaddu hammam hammadhuyyu miidhamuuko hin barbaaddu sin beeka hin daganne naaf jirta dandeettiken Amana na jijjiirta jiruukoo tuffatamtu gad buutuu nin beeka dhiootti akka guddaa gootu guyyaanis naa bariite namni akka hawwu jiruukoo hunda na bareechite anaaf guuttee hiruukoo eeggachaan jira abdini Nan Amana naaf godha rabbiini natti of tuultuu jajjabeessaa yartuu warra jaboo dhiiste dadhabaa agartuu rabbi rabbii kiyyaa jabaa Ani siinan qabaa siinan boonaa Ani yoomuu sin qabaadhee hin miidhamu yaa birmata warra hiyyessa galatakoon si dhieessaa Ani hin qabu dandeetti siidha dandeettiinko Ani hin qabu dhageetti siidha dhageettiinkoo kanaaf kanaaf kanaaf Ani si godhadhe miichuu hin danda'u sammuunkoo si dagachuu godhadhee filannooko sitti of laachuu eegaa waa'eekoof naa kaikaa kaayyookoo galmaan naa gaikaa taa'ullee deemullee waa'emakeen yaadaa akkan sin dagannee siifan gala waadaa

1 Comments

Leave a comment

Author
2 years ago

See track description

User avatar
827
Total plays
34
Followers
17
Following

You may also like