a

0:00
0:00
a

qalbiin galgala dhufa humni ganama dhufa jedhe mammake jaarsi bule jechi Kun eenyuuf gale inni barii kae kaatyoosaatiif kaate kan dhibaa'ee ciise gaabbiin quba nyaate hin danda'u jedhe Kan harkasaa laate waanjoo rakkina saggoorratti baate inni gamnoome ka'e dursa kaan rafuuf of urursa of tuuluu osoo hin taane bakkan ofiif qaba utuu akka namaatii mataan gadi qaba garuu waaqni hin gadda yeroon gadi jedhu guddachuuko fedha xiqqaachuuko hin fedhu jireenyi foormula qabdi dogoggora xiqqoon dhabda tokkoonin milkaa jennaan tarii utaalte cabda suuta hordofuu qabda sassataan reetti hin horu nuffe sassate dhiisaa Kan gubbaa fuudhuuf jedhe Isa qabu gad dhiisaa Milla lama qabaniif muka lama hin yaabani suuta ilaalaniitu fiigani hin qaqqabani fiigdee kaaniin caaluudhaaf dura qofaake fiigda jireenyake hubatte waan si rakkisu diigda qalbiin galgala dhufa humni ganama dhufa jedhe mammake jaarsi bule jechi Kun eenyuuf gale inni barii kae kaayyoosaatiif kaate kan dhibaa'ee ciise gaabbiin quba nyaate hin danda'u jedhe Kan harkasaa laate waanjoo rakkina saggoorratti baate inni gamnoome ka'e dursa kaan rafuuf of urursa

Be the first who leave a comment.

Leave a comment

User avatar
826
Total plays
34
Followers
17
Following

You may also like