marwaan abdala
0:00
0:00
Abshir jedheetan Garaa koo jabeesaa Nagayati jadheen Garaan isin gegeeysa Rakkoti wal jaalachuu Hin tahu jaalalii Kan nagayaaf gammachuu Ha tahuu imalii Imala godaansaa Warra waliin jooree Abshiir waliin janee Abdii waliti horree Ijoolee qulqulluu Adii akka cabbi Isin ha ilaluu Ija isaatin rabbii Hamtuun isin hin argin Karaan Dugda lukkuu Qoreen isin hin waranin Marartuuwan lakkuu grew
You may also like

Leave a comment
See track description ↑