Eliko
Atii enyuu kan jettaani Elikodham hin beektani kanaa booddee na hin waallaaltu na ilaallan lafa ilaaltu ijaa kootu ija dhiiraa duubaa koonis baayeetu jiraa karaa gad dhiisi abbaa firaa kanaan achii du'uutu jiraa ilmaa jaalleef kaan laammeessa dhaalonni isaa najjoo keessaa sittii aareenan si baalleesa karaa gad dhiisa obboleessaa kana beekii waan sittii himaa nattii hin toolu waan dirqama fedhii kootin nan raawwaadha waan na hin gaallee nan gaafadha soodaa hin qaabu eenyuuniillee kumaataman maa hin hiriirree lubbuu koo illee nan wareega warri hin beekne kana beeka na hin dhiphiisin si hin dhiphisuu kanan achi sin gaadhisu na kabaji siin kabajaa kanan achi deemi fajaja garuu kana beekii itti akeekii yoo kabajaa yoo jaalalaa natti siqii kottu halaala obboleettii obboleessa onnee kiyyaa sin qopheessa koottuu seeni hin dandeessaa yoo rakkinaa siifan jiraa dhabduus firaa koo na biraa na dhagayii siifan dhaama addunyaan kuun waalif lama tokkoof Qaalii tokkoof qaani tokko hin kolfaa tokko hin bo'aa tokkoof qorraa tokkoof hoo'aa tokkoo yaadee kaan dagaate tokkoo arii'ee kaan baqaate kaan dukkan tokkoof ifaa jireenyi kuun itti fufaa
You may also like

Leave a comment
See track description ↑
fie spitter flow great art great quality
What's up @iamelikolamesa, Thanks for the sharing 'Eliko the best', here's our two cents on uploading tracks to Rap Fame! 💥 1. Try using the rhyme generator to develop even more on your first rap! ✍️ 2. Some eye-catching cover art can draw new people to your music! 🎇 3. We feel that adding some of our built in audio effects could really help bring this track to life! 4. Defo try out our denoise feature to minimize any background noise on your track! 🤫 5. Get immediate feedback on your track with Judge 4 Judge! You and another user simultaneously provide feedback for each other's track, helping you to level up on your next drop! 💥 Keep perfecting your sound, we'd love to hear you progress on your musical journey! 💪 All the best, The Rap Fame Team 😎
Vibes on point, got me feeling the groove! 🎵🕺