Artst marwaan abdala

0:00
0:00
Artst marwaan abdala

Sin faarsaa Harargee too Qolatuu gaafa roorroo Yaa dachee gootoowwani Gumaachituu hayyoota Kan sabaaf tahan qaroo Tiksee saba guddaa Yaa gaadiisa saba Yaa qarooma wa hunda Si farsuu maal qaba Falmatoota jalqabaa Qabsawoota dhugaa Isintuu Arsaa kafalee Seenaan kee ragaa Warra alabaa tolchee Adunyaaf mirmiirsee Warra jalqabaa dhukase Qabsoo saba finiinsee Warra qubee umee Barnootaf karaa saaqee Isintuu duungoo tahe Walaala nurra haqee Oftuultoota diina Warra akka dhiira qaqee Sabaaf duuna jatani Isintuu qabsisee qanqee Qaanqeen isiniin qabate Guutuu biyyati baqaqee Yaa falmatoota saba Biqiltuu afran qalloo Yaa hunda dandeesuu too Dandeesu rakkoof balloo Rakkoof harka keenite Diinaaf harka laatuu Qabeenya argatuu Dhabaa Namaan hin jatuu Risqiin harka rabbii Jirtiidha beektaa Atii dhabaadha jate Yoom Hiyeesati seeqxaa Abshiir siifin jira jatee Hamilee Hiyeesa Egdaa Qabeenyan Oftuultee Yom sammu Hiyeesa jeeqxa Rakkoof harka kenitee Diina waliin paasta nyaane Birridhaaf bitamtani Imaanaa saba nyaanee Rakkoo fi gamachuus Firaa waliin qoodatuu Kutaa fi amantii hin jatu Tokkummaan dina dhorkatu Gootan danuu qabda Bay,eedha bashbashii Eelamoo fi jaarraa Waahillan kilashii Madda alimoota Madarasaa islamaa Hordooftoota nabi Ergama alamaa Warra Dubbin isaanii Akka damma mi,ooytu Warra qalbiin isaanii Quraanaaf si,ooytu

1 Comments

Leave a comment

Author
1 year ago

See track description

User avatar
101
Total plays
9
Followers
1
Following

You may also like